Yaareed Boggaala jedhama. Ogummaansaa Elektirikaal Injinara. Haata'u malee hojii fakkii keenyaan/girgiddaa (wall art) kaasuu kan eegale erguma weerarri koronaavaayirasii mudateen booda ture. Wayita ...